-
Hojii Ergamootaa 13:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Waaqayyo, Yesuusiin kan duʼaa kaase, matumaa deebiʼee akka hin tortorretti waan taʼeef, ‘Ani jaalala amanamaa hin badne isa Daawit abdachiifame sana isinitti nan argisiisa’+ jedheera.
-