LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 30:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Sababiin isaas, akka ati gara duʼaatti,

      Gara mana namni jiraataa taʼe hundi itti wal gaʼutti akka gad na buustu beeka.

  • Faarfannaa 49:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Tokkoon isaanii illee matumaa nama kan biraa furuu

      Yookiin isaaf jecha Waaqayyoof furii kennuu hin dandaʼan;+

  • Faarfannaa 49:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Inni bara baraaf akka jiraatuu fi boolla* akka hin argineef furii kennuu hin dandaʼan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi