26 akka kanaan Israaʼel hundi+ ni fayya. Kunis akkuma akkana jedhamee barreeffametti dha: “Fayyisaan Xiyoon keessaa ni baʼa,+ ilmaan Yaaqoobis gocha hamminaa isaanii akka dhiisan ni godha. 27 Cubbuu isaanii ergan isaaniif dhiisee boodas,+ isaanii wajjin kakuu kana nan gala.”+