Lakkoofsa 17:12, 13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Israaʼelonnis yeroo kanatti Museedhaan akkana jedhan: “Amma duʼuu keenya; dhugumaan dhumuu keenya; hundi keenya dhumuuf jenna! 13 Namni godoo qulqulluu Yihowaatti dhihaatu kam iyyuu ni duʼa!+ Akka kanaan duunee dhumuuf jennaa?”+ Keessa Deebii 32:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Dheekkamsi koo ibidda qabsiiseera;+Awwaala* gad fagoo keessattis ni bobaʼa;+Inni lafaa fi oomisha ishii nyaatee ni fixa;Buʼuurawwan gaarotaas ni guba.
12 Israaʼelonnis yeroo kanatti Museedhaan akkana jedhan: “Amma duʼuu keenya; dhugumaan dhumuu keenya; hundi keenya dhumuuf jenna! 13 Namni godoo qulqulluu Yihowaatti dhihaatu kam iyyuu ni duʼa!+ Akka kanaan duunee dhumuuf jennaa?”+
22 Dheekkamsi koo ibidda qabsiiseera;+Awwaala* gad fagoo keessattis ni bobaʼa;+Inni lafaa fi oomisha ishii nyaatee ni fixa;Buʼuurawwan gaarotaas ni guba.