LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 19:34, 35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Baarzilaay garuu mootichaan akkana jedhe: “Mootichaa wajjin gara Yerusaalemitti kanan ol baʼu, kana booda guyyaa* meeqan jiraadha jedheetani? 35 Ani amma nama umurii waggaa 80 ti.+ Gaarii fi hamaa gargar baasuu nan dandaʼaa? Ani tajaajilaan kee wantan nyaadhuu fi wantan dhugu dhandhamachuu nan dandaʼaa? Ani kana booda sagalee weellistoota dhiiraa fi durbaa dhagaʼuu nan dandaʼaa?+ Maarree, ani tajaajilaan kee gooftaa koo mootichatti baʼaa dabalataa kanan taʼu maaliifi?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi