Keessa Deebii 2:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Qaadesh Barneʼaa irraa kaanee hamma Sulula* Zereed ceenutti waggaa 38 nutti fudhate; yeroo kanatti akkuma Yihowaan isaanitti kakatee turetti, guutummaan dhaloota dhiirota waraanaaf leenjiʼan sanaa buufaticha keessaa ni dhume.+
14 Qaadesh Barneʼaa irraa kaanee hamma Sulula* Zereed ceenutti waggaa 38 nutti fudhate; yeroo kanatti akkuma Yihowaan isaanitti kakatee turetti, guutummaan dhaloota dhiirota waraanaaf leenjiʼan sanaa buufaticha keessaa ni dhume.+