Faarfannaa 57:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 57 Ani sitti kooluu waanan galeef,+Hamma rakkinni darbuttis gaaddisa qoochoo keetii jalatti kooluu waanan galeef,+Gaarummaa natti argisiisi, yaa Waaqayyo, gaarummaa natti argisiisi.
57 Ani sitti kooluu waanan galeef,+Hamma rakkinni darbuttis gaaddisa qoochoo keetii jalatti kooluu waanan galeef,+Gaarummaa natti argisiisi, yaa Waaqayyo, gaarummaa natti argisiisi.