Fakkeenya 3:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Sababiin isaas, Yihowaan nama jalʼaa ni jibba,+Warra qajeelota taʼanii wajjin garuu michummaa cimaa qaba.+ Efesoon 4:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Kanaafuu, nuti amma kutaawwan qaama tokkoo+ waan taanee fi gowwoomsaa of irraa baasnee waan gatneef, tokkoon tokkoon keessan dhugaa namatti dubbadhaa.+
32 Sababiin isaas, Yihowaan nama jalʼaa ni jibba,+Warra qajeelota taʼanii wajjin garuu michummaa cimaa qaba.+
25 Kanaafuu, nuti amma kutaawwan qaama tokkoo+ waan taanee fi gowwoomsaa of irraa baasnee waan gatneef, tokkoon tokkoon keessan dhugaa namatti dubbadhaa.+