Isaayyaas 63:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yeroo isaan dhiphatan hundumaatti, innis ni dhiphate.+ Ergamaan dhuunfaa isaas* isaan ni oolche.+ Jaalala isaa fi gara laafina isaatiin isaan ni fure,+Bara durii hundumaatti ol kaasee isaan ni baate.+
9 Yeroo isaan dhiphatan hundumaatti, innis ni dhiphate.+ Ergamaan dhuunfaa isaas* isaan ni oolche.+ Jaalala isaa fi gara laafina isaatiin isaan ni fure,+Bara durii hundumaatti ol kaasee isaan ni baate.+