Faarfannaa 21:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Yaa Yihowaa, jabina keetiin mootichi ni gammada;+Inni gochawwan fayyinaa keetti baayʼee gammada!+ Faarfannaa 21:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni jireenya si kadhate,Atis jireenya dheeraa,* eeyyee, jireenya bara baraa isaaf ni kennite.+ Fakkeenya 3:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yaa ilma koo, barumsa* koo hin irraanfatin,Garaan kees ajajawwan koo haa eegu, 2 Sababiin isaas, isaan waggoota hedduu,Bara jireenyaa fi nagaa siif ni dabalu.+
3 Yaa ilma koo, barumsa* koo hin irraanfatin,Garaan kees ajajawwan koo haa eegu, 2 Sababiin isaas, isaan waggoota hedduu,Bara jireenyaa fi nagaa siif ni dabalu.+