Faarfannaa 50:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Namni galata akka aarsaatti naaf dhiheessu ulfina naaf kenna;+Isa daandii sirrii cimsee hordofusFayyisuu Waaqayyoo akka argu nan godha.”+
23 Namni galata akka aarsaatti naaf dhiheessu ulfina naaf kenna;+Isa daandii sirrii cimsee hordofusFayyisuu Waaqayyoo akka argu nan godha.”+