-
Isaayyaas 63:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Akka gara laafina isaa fi akka jaalala isaa isa amanamaa isa guddaa taʼetti,
Wanta Yihowaan nuuf godhe hundumaatiif,+
Wantoota gaggaarii hedduu inni mana Israaʼeliif godheef,
Ani waaʼee gochawwan Yihowaa warra jaalala isaa isa amanamaa argisiisanii,
Waaʼee gochawwan Yihowaa warra jajamuu qaban sanaa nan dubbadha.
-