Faarfannaa 100:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Galata dhiheessuudhaan gara karrawwan isaatti,+Isa jajachuudhaanis gara mooraawwan isaatti ol seenaa.+ Galata isaaf galchaa; maqaa isaa jajadhaa.+
4 Galata dhiheessuudhaan gara karrawwan isaatti,+Isa jajachuudhaanis gara mooraawwan isaatti ol seenaa.+ Galata isaaf galchaa; maqaa isaa jajadhaa.+