Baʼuu 23:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 “Oduu dhugaa hin taane hin babalʼisin.*+ Hamminaan ragaa baʼuudhaan nama hamaa hin deggerin.+