-
Faarfannaa 59:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Warra gocha hamminaa raawwatan irraa na oolchi,
Jalʼoota* jalaas na baraari.
-
-
Hisqiʼel 8:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Innis akkana naan jedhe: “Yaa ilma namaa, wanta jaarsoliin mana Israaʼel tokkoon tokkoon isaanii dukkana keessatti, kutaawwan warra gara keessaa, bakka waaqoliin tolfamoo isaanii kaaʼamanitti raawwachaa jiran ni argitaa? Isaan, ‘Yihowaan nu hin argu. Yihowaan biyyattii dhiiseera’ jedhu.”+
-