Faarfannaa 50:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Namni galata akka aarsaatti naaf dhiheessu ulfina naaf kenna;+Isa daandii sirrii cimsee hordofusFayyisuu Waaqayyoo akka argu nan godha.”+ Faarfannaa 100:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Galata dhiheessuudhaan gara karrawwan isaatti,+Isa jajachuudhaanis gara mooraawwan isaatti ol seenaa.+ Galata isaaf galchaa; maqaa isaa jajadhaa.+
23 Namni galata akka aarsaatti naaf dhiheessu ulfina naaf kenna;+Isa daandii sirrii cimsee hordofusFayyisuu Waaqayyoo akka argu nan godha.”+
4 Galata dhiheessuudhaan gara karrawwan isaatti,+Isa jajachuudhaanis gara mooraawwan isaatti ol seenaa.+ Galata isaaf galchaa; maqaa isaa jajadhaa.+