Baʼuu 23:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Mattaʼaan ija namoota akka gaariitti arganii waan jaamsuuf, dubbii qajeelotaas jalʼisuu waan dandaʼuuf, mattaʼaa hin fudhatin.+
8 “Mattaʼaan ija namoota akka gaariitti arganii waan jaamsuuf, dubbii qajeelotaas jalʼisuu waan dandaʼuuf, mattaʼaa hin fudhatin.+