Faarfannaa 29:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Ulfina maqaa isaatiif malu Yihowaadhaaf kennaa. Uffata qulqullummaa uffadhaatii* Yihowaadhaaf sagadaa.* Faarfannaa 72:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Maqaan isaa inni ulfina qabeessa taʼe bara baraaf haa jajamu,+Ulfinni isaas guutummaa lafaa haa guutu.+ Ameen, Ameen.
2 Ulfina maqaa isaatiif malu Yihowaadhaaf kennaa. Uffata qulqullummaa uffadhaatii* Yihowaadhaaf sagadaa.*
19 Maqaan isaa inni ulfina qabeessa taʼe bara baraaf haa jajamu,+Ulfinni isaas guutummaa lafaa haa guutu.+ Ameen, Ameen.