9 Odolawwan na abdatu;+
Dooniiwwan Tarshiish,
Gara maqaa Waaqa kee Yihowaattii fi gara Isa Qulqulluu kan Israaʼelitti
Ilmaan kee meetii isaanii fi warqii isaanii wajjin
Fagoodhaa fiduuf dura buʼanii ni dhufu;+
Sababiin isaas, inni ulfina siif ni kenna.+