Abbootii Murtii 5:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Gaaronni fuula Yihowaa duratti ni baqan,*+Siinaan illee fuula Yihowaa Waaqa Israaʼel+ duratti ni baqe.+ Naahom 1:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Sababa isaatiin gaaronni ni sochoʼu,Tabbawwanis ni baqu.+ Laftis fuula isaatiin kan kaʼe,Biyyattii fi warra ishii keessa jiraatan hundumaa wajjin ni jeeqamti.+ Anbaaqom 3:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Inni dhaabbatee lafa ni sochoose.+ Yeruma tokko ilaaluudhaan saboonni akka utaalan ni godhe.+ Gaaronni bara baraa ni caccaban,Tabbawwan bara duriis ni gombifaman.+ Daandiiwwan bara durii kan isaa ti.
5 Gaaronni fuula Yihowaa duratti ni baqan,*+Siinaan illee fuula Yihowaa Waaqa Israaʼel+ duratti ni baqe.+
5 Sababa isaatiin gaaronni ni sochoʼu,Tabbawwanis ni baqu.+ Laftis fuula isaatiin kan kaʼe,Biyyattii fi warra ishii keessa jiraatan hundumaa wajjin ni jeeqamti.+
6 Inni dhaabbatee lafa ni sochoose.+ Yeruma tokko ilaaluudhaan saboonni akka utaalan ni godhe.+ Gaaronni bara baraa ni caccaban,Tabbawwan bara duriis ni gombifaman.+ Daandiiwwan bara durii kan isaa ti.