Faarfannaa 37:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Sababiin isaas, Yihowaan haqa ni jaallata,Warra isaaf amanamoo taʼanis hin gatu.+ ע [Ayiin] Isaan yeroo hundumaa eegumsa ni argatu;+Sanyiin hamootaa garuu ni balleeffama.+ Faarfannaa 145:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yihowaan warra isa jaallatan hundumaa ni eega,+Hamoota hundumaa garuu ni balleessa.+
28 Sababiin isaas, Yihowaan haqa ni jaallata,Warra isaaf amanamoo taʼanis hin gatu.+ ע [Ayiin] Isaan yeroo hundumaa eegumsa ni argatu;+Sanyiin hamootaa garuu ni balleeffama.+