1 Saamuʼel 7:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yeroo kanatti Saamuʼel ilmoo hoolaa hootu tokko fuudhee aarsaa guutummaatti gubamu+ godhee Yihowaadhaaf ni dhiheesse; Israaʼelota akka gargaarus Yihowaa isaaniif kadhate; Yihowaanis deebii isaaf ni kenne.+
9 Yeroo kanatti Saamuʼel ilmoo hoolaa hootu tokko fuudhee aarsaa guutummaatti gubamu+ godhee Yihowaadhaaf ni dhiheesse; Israaʼelota akka gargaarus Yihowaa isaaniif kadhate; Yihowaanis deebii isaaf ni kenne.+