1 Saamuʼel 2:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kan akka Yihowaa qulqulluu taʼe tokko illee hin jiru,Si malee kan biraan hin jiru,+Kan akka Waaqa keenyaas qarsaan hin jiru.+ Isaayyaas 6:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isaaniis sagalee isaanii ol kaasanii,“Qulqulluu, qulqulluu, qulqulluu dha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.+ Guutummaan lafaas ulfina isaatiin guutamteetti” waliin jedhu turan.
2 Kan akka Yihowaa qulqulluu taʼe tokko illee hin jiru,Si malee kan biraan hin jiru,+Kan akka Waaqa keenyaas qarsaan hin jiru.+
3 Isaaniis sagalee isaanii ol kaasanii,“Qulqulluu, qulqulluu, qulqulluu dha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.+ Guutummaan lafaas ulfina isaatiin guutamteetti” waliin jedhu turan.