Baʼuu 2:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yeroo dheeraa* boodas mootiin Gibxii ni duʼe;+ Israaʼelonni garuu garboota taʼuu isaaniitiin kan kaʼe aaduu isaanii fi gaddaan iyyuu isaanii itti fufan; iyyi isaan sababii garbummaa isaaniitiin dhageessisanis gara Waaqa dhugaatti ol baʼe.+
23 Yeroo dheeraa* boodas mootiin Gibxii ni duʼe;+ Israaʼelonni garuu garboota taʼuu isaaniitiin kan kaʼe aaduu isaanii fi gaddaan iyyuu isaanii itti fufan; iyyi isaan sababii garbummaa isaaniitiin dhageessisanis gara Waaqa dhugaatti ol baʼe.+