Faarfannaa 27:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Fuula kee na jalaa hin dhoksin.+ Dheekkamsa keetiin tajaajilaa kee of irraa hin deebisin. Ati gargaaraa koo ti.+ Yaa Waaqa fayyinaa koo, na hin gatin, na hin dhiisinis. Faaruu Ermiyaas 1:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yaa Yihowaa, dhiphina guddaa keessa akkan jiru ilaali. Marʼimaan* koo ni raafama. Ani guutummaatti ajajamuu waanan dideef,+ garaan koo na keessatti jeeqameera. Alaa goraadeen ni fixa;+ mana keessas duʼatu jira.
9 Fuula kee na jalaa hin dhoksin.+ Dheekkamsa keetiin tajaajilaa kee of irraa hin deebisin. Ati gargaaraa koo ti.+ Yaa Waaqa fayyinaa koo, na hin gatin, na hin dhiisinis.
20 Yaa Yihowaa, dhiphina guddaa keessa akkan jiru ilaali. Marʼimaan* koo ni raafama. Ani guutummaatti ajajamuu waanan dideef,+ garaan koo na keessatti jeeqameera. Alaa goraadeen ni fixa;+ mana keessas duʼatu jira.