Faarfannaa 139:17, 18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yaadawwan kee anaaf hammam gatii guddaa qabu!+ Yaa Waaqayyo, idaʼamni isaanii hammam baayʼata!+ 18 Isaan lakkaaʼuuf yoon yaale, lakkoofsi isaanii cirracha irra ni baayʼata.+ Yommuun dammaqu, ani amma iyyuu sii wajjinan jira.*+
17 Yaadawwan kee anaaf hammam gatii guddaa qabu!+ Yaa Waaqayyo, idaʼamni isaanii hammam baayʼata!+ 18 Isaan lakkaaʼuuf yoon yaale, lakkoofsi isaanii cirracha irra ni baayʼata.+ Yommuun dammaqu, ani amma iyyuu sii wajjinan jira.*+