Nahimiyaa 9:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Ati Waaqa gara laafessaa* fi araara qabeessa+ waan taateef, gara laafina kee isa guddaa irraa kan kaʼe haxooftee isaan hin balleessine+ yookiin isaan hin dhiisne.
31 Ati Waaqa gara laafessaa* fi araara qabeessa+ waan taateef, gara laafina kee isa guddaa irraa kan kaʼe haxooftee isaan hin balleessine+ yookiin isaan hin dhiisne.