-
Faarfannaa 103:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Yihowaan garuu jaalala isaa isa amanamaa
Warra isa sodaatanitti+ bara baraaf* ni argisiisa,
Qajeelummaan isaas ijoollee ijoollee isaaniitiif,+
-
Isaayyaas 55:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 “Akkuma samiin lafa irraa ol fagaatu,
Daandiin koo daandii keessan irraa,
Yaanni koos yaada keessan irraa fagoo dha.+
-
-
-