Faarfannaa 78:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Sababiin isaas, isaan foon akka taʼan,Akkasumas bubbee bubbisee darbuu fi hin deebine akka taʼan* yaadateera.+
39 Sababiin isaas, isaan foon akka taʼan,Akkasumas bubbee bubbisee darbuu fi hin deebine akka taʼan* yaadateera.+