LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 14:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Maal taʼa, Awwaala* keessatti utuu na dhoksitee,+

      Hamma dheekkamsi kee darbutti utuu na golgitee,

      Daangaa yeroos naaf keessee utuu na yaadattee!+

      14 Namni yoo duʼe deebiʼee jiraachuu dandaʼaa?+

      Hamma yeroon boqonnaa koo dhufutti,

      Baran tajaajila dirqamaa itti raawwadhu hundumaa nan eeggadha.+

  • Hojii Ergamootaa 13:34-37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Waaqayyo, Yesuusiin kan duʼaa kaase, matumaa deebiʼee akka hin tortorretti waan taʼeef, ‘Ani jaalala amanamaa hin badne isa Daawit abdachiifame sana isinitti nan argisiisa’+ jedheera. 35 Kana malees, faarfannaa kan biraa keessatti, ‘Inni siif amanamaa taʼe akka tortoru hin heyyamtu’ jedheera.+ 36 Daawit garuu bara jireenyaa isaa hundumaatti Waaqayyoon tajaajilee duʼeera;* abbootii isaa wajjin awwaalamees tortoreera.+ 37 Inni Waaqayyo duʼaa kaase sun garuu hin tortorre.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi