Keessa Deebii 33:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Kan akka Waaqa dhugaa+ Yeshuurun,+Isa si gargaaruuf samii keessa gulufu,Isa ulfina isaatiin duumessoota irra gulufu+ sanaa tokko illee hin jiru. Isaayyaas 19:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Murtii Gibxii irratti dabarfame:+ Kunoo, Yihowaan duumessa saffisa qabuun gulufaa gara Gibxii dhufaa jira. Waaqoliin Gibxii warri gatii hin qabne isa duratti ni hollatu,+Garaan Gibxiis ishii keessatti ni baqa.
26 Kan akka Waaqa dhugaa+ Yeshuurun,+Isa si gargaaruuf samii keessa gulufu,Isa ulfina isaatiin duumessoota irra gulufu+ sanaa tokko illee hin jiru.
19 Murtii Gibxii irratti dabarfame:+ Kunoo, Yihowaan duumessa saffisa qabuun gulufaa gara Gibxii dhufaa jira. Waaqoliin Gibxii warri gatii hin qabne isa duratti ni hollatu,+Garaan Gibxiis ishii keessatti ni baqa.