- 
	                        
            
            Uumama 34:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
30 Yeroo kanatti Yaaqoob Simiʼoonii fi Leewwiidhaan+ akkana jedhe: “Isin jiraattota biyya kanaa kan taʼan Kanaʼaanonnii fi Pheriizonni akka waan xiraaʼaatti akka na ilaalan gochuudhaan, rakkina guddaa anatti fiddaniittu.* Ani lakkoofsi koo xinnoo dha; isaanis na rukutuuf ana irratti walitti qabamuun isaanii hin oolu; anis taʼe manni koo guutummaatti haxaaʼamnee balleeffamna.”
 
 -