Uumama 39:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Kanaafuu, gooftaan Yoseef isa fuudhee mana hidhaa bakka hidhamtoonni mootichaa itti hidhamanitti isa galche; innis mana hidhaa sana keessa ni ture.+
20 Kanaafuu, gooftaan Yoseef isa fuudhee mana hidhaa bakka hidhamtoonni mootichaa itti hidhamanitti isa galche; innis mana hidhaa sana keessa ni ture.+