-
Uumama 41:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 “Kanaafuu, amma Faraʼoon nama hubataa fi ogeessa taʼe tokko barbaadee biyya Gibxii irratti haa muudu.
-
-
Uumama 41:38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
38 Faraʼoonis tajaajiltoota isaatiin, “Namni hafuura Waaqayyoo qabu akkanaa kan biraan argamuu dandaʼaa?” jedhe.
-