Faarfannaa 31:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Magaalaa marfamte keessatti+ karaa dinqisiisaa taʼeen jaalala isaa isa amanamaa waan natti argisiiseef,+Yihowaan haa jajamu. Faaruu Ermiyaas 3:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Nuti kan hin dhumne jaalala Yihowaa isa amanamaa taʼeen kan kaʼe dha,+Sababiin isaas, gara laafinni isaa matumaa dhuma hin qabu.+
21 Magaalaa marfamte keessatti+ karaa dinqisiisaa taʼeen jaalala isaa isa amanamaa waan natti argisiiseef,+Yihowaan haa jajamu.
22 Nuti kan hin dhumne jaalala Yihowaa isa amanamaa taʼeen kan kaʼe dha,+Sababiin isaas, gara laafinni isaa matumaa dhuma hin qabu.+