-
Lakkoofsa 16:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Isaanis yeruma sana kallattii hundumaatiin dunkaanota Qoraa, Daataanii fi Abiraam irraa ni fagaatan; Daataanii fi Abiraamis gad baʼanii haadhotii manaa isaanii, ilmaan isaanii fi ijoollee isaanii warra xixinnoo wajjin balbala dunkaanota isaanii dura dhaabbatan.
-