LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 14:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Israaʼelonni hundis Musee fi Aaron irratti gungumuu jalqaban;+ guutummaan yaaʼichaas akkana jechuudhaan isaan mormee dubbate: “Maal taʼa, biyya Gibxii keessatti yookiin lafa onaa kana keessatti utuu duuneerra taʼee!

  • Keessa Deebii 1:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Dunkaanota keessan keessattis akkana jettanii gungumuu keessan itti fuftan: ‘Yihowaan Amooronni haxaaʼanii akka nu balleessaniif harka isaaniitti dabarsee nu kennuuf biyya Gibxii keessaa kan nu baase waan nu jibbeefi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi