Lakkoofsa 20:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Achiis Musee fi Aaron kattaa sana duratti gumicha walitti ni qaban; innis, “Isin finciltoota nana dhagaʼaa! Nuti kattaa kana keessaa bishaan isiniif baasuu qabnaa?” isaaniin jedhe.+
10 Achiis Musee fi Aaron kattaa sana duratti gumicha walitti ni qaban; innis, “Isin finciltoota nana dhagaʼaa! Nuti kattaa kana keessaa bishaan isiniif baasuu qabnaa?” isaaniin jedhe.+