Baʼuu 23:32, 33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Isaanii wajjin yookiin waaqolii isaanii wajjin kakuu hin galin.+ 33 Isaan ana irratti cubbuu akka si hin hojjechiisneef, biyya kee keessa jiraachuu hin qaban. Ati waaqolii isaanii yoo tajaajilte, kun dhugumaan kiyyoo sitti taʼa.”+
32 Isaanii wajjin yookiin waaqolii isaanii wajjin kakuu hin galin.+ 33 Isaan ana irratti cubbuu akka si hin hojjechiisneef, biyya kee keessa jiraachuu hin qaban. Ati waaqolii isaanii yoo tajaajilte, kun dhugumaan kiyyoo sitti taʼa.”+