Hisqiʼel 16:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 “‘Ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa kee warra anaaf deesse+ sana fuutee waaqolii tolfamoodhaaf aarsaa gootee kan dhiheessite+ sagaagalummaan kee kun sitti hanqateetii?
20 “‘Ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa kee warra anaaf deesse+ sana fuutee waaqolii tolfamoodhaaf aarsaa gootee kan dhiheessite+ sagaagalummaan kee kun sitti hanqateetii?