LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 10:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yihowaan garuu Israaʼelotaan akkana jedhe: “Ani warri Gibxii,+ Amooronni,+ Amoononni, Filisxeemonni,+ 12 Siidoononni, Amaaleqonnii fi Miidiyaanonni yommuu isin cunqursan harka isaanii jalaa isin hin oolchinee? Yommuu isin gara kootti iyyattan ani harka isaanii jalaa isin oolcheera.

  • 1 Saamuʼel 12:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yeroo kanatti Yihowaan tasgabbiidhaan akka jiraattan gochuuf, Yerubaʼaal,+ Beedaan, Yiftaa+ fi Saamuʼeliin+ ergee harka diinota naannoo keessan jiran hundumaa jalaa isin oolche.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi