1 Seenaa Baraa 16:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Inni gaarii waan taʼeef, Yihowaadhaaf galata galchaa;+Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.+ Faarfannaa 103:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yihowaan garuu jaalala isaa isa amanamaaWarra isa sodaatanitti+ bara baraaf* ni argisiisa,Qajeelummaan isaas ijoollee ijoollee isaaniitiif,+
34 Inni gaarii waan taʼeef, Yihowaadhaaf galata galchaa;+Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.+
17 Yihowaan garuu jaalala isaa isa amanamaaWarra isa sodaatanitti+ bara baraaf* ni argisiisa,Qajeelummaan isaas ijoollee ijoollee isaaniitiif,+