Isaayyaas 30:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Ati gara mirgaatti yookiin gara bitaatti yoo gorte,+ duuba keetiin gurri kee sagalee, “Karichi isa kana.+ Isa irra deemaa” jedhu ni dhagaʼa.
21 Ati gara mirgaatti yookiin gara bitaatti yoo gorte,+ duuba keetiin gurri kee sagalee, “Karichi isa kana.+ Isa irra deemaa” jedhu ni dhagaʼa.