1 Seenaa Baraa 16:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Yihowaadhaaf galata galchaa;+ maqaa isaa waammadhaa;Gochawwan isaas saboota gidduutti beeksisaa!+ Faarfannaa 40:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yaa Waaqa koo Yihowaa,Ati wantoota dinqisiisoo hedduu nuuf gooteetta,Yaadawwan nuuf qabdus hedduu dha.+ Kan siin gitu tokko illee hin jiru;+Ani waaʼee wantoota kanaa himuu fi dubbachuuf utuun yaalee,Lakkoofsi isaanii gita hin qabu!+
5 Yaa Waaqa koo Yihowaa,Ati wantoota dinqisiisoo hedduu nuuf gooteetta,Yaadawwan nuuf qabdus hedduu dha.+ Kan siin gitu tokko illee hin jiru;+Ani waaʼee wantoota kanaa himuu fi dubbachuuf utuun yaalee,Lakkoofsi isaanii gita hin qabu!+