Maatewos 5:45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 kana yoo gootan, ilmaan Abbaa keessan isa samii+ taʼuu keessan argisiistu; inni aduu isaa namoota hamoo fi namoota gaarii irratti ni baasa; bokkaas qajeelotaa fi jalʼoota irratti ni roobsa.+
45 kana yoo gootan, ilmaan Abbaa keessan isa samii+ taʼuu keessan argisiistu; inni aduu isaa namoota hamoo fi namoota gaarii irratti ni baasa; bokkaas qajeelotaa fi jalʼoota irratti ni roobsa.+