LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yoonaas 1:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Achiis Yihowaan galaanicha irratti bubbee cimaa ni kaase; obomboleettiin sun baayʼee cimaa taʼuu isaatiin kan kaʼe doonichi caccabuu jala gaʼe.

  • Yoonaas 1:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Haa taʼu malee, namoonni sun doonicha gara lafa gogaatti deebisuuf cimsanii ni oofan;* taʼus, obomboleettiin sun caalaatti isaanitti hammaachaa waan deemeef hin dandeenye.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi