1 Saamuʼel 2:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Inni isa rakkataa awwaara irraa ni kaasa;Isa hiyyeessas tuullaa daaraa* irraa ol ni kaasa,+Bulchitootaa wajjin akka taaʼan godha,Barcuma ulfinaa isaaniif ni kenna. Utubaawwan lafaa kan Yihowaa ti,+Innis lafa oomisha kennitu isaan irra kaaʼe.
8 Inni isa rakkataa awwaara irraa ni kaasa;Isa hiyyeessas tuullaa daaraa* irraa ol ni kaasa,+Bulchitootaa wajjin akka taaʼan godha,Barcuma ulfinaa isaaniif ni kenna. Utubaawwan lafaa kan Yihowaa ti,+Innis lafa oomisha kennitu isaan irra kaaʼe.