LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 64:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Sana booda namoonni hundi ni sodaatu,

      Wanta waaqayyo godhe ni labsu,

      Gochawwan isaa irrattis hubannaa ni qabaatu.+

  • Hoseʼaa 14:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Ogeessi eenyu? Inni wantoota kana haa hubatu.

      Hubataan eenyu? Inni wantoota kana haa beeku.

      Daandiiwwan Yihowaa qajeeloo dha,+

      Namoonni qajeeloon isaan irra ni deemu;

      Warri balleessaa raawwatan garuu isaan irratti ni gufatu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi