2 Saamuʼel 8:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yeroo muraasa booda, Daawit Filisxeemota+ moʼee toʼannaa isaa jala isaan galche;+ akkasumas Daawit Filisxeemota harkaa Meteeg Amaa ni fudhate.
8 Yeroo muraasa booda, Daawit Filisxeemota+ moʼee toʼannaa isaa jala isaan galche;+ akkasumas Daawit Filisxeemota harkaa Meteeg Amaa ni fudhate.