-
Faarfannaa 35:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Warri rakkina na irra gaʼetti gammadan hundi,
Haa qaanaʼan, haa salphatanis.
Warri ana irratti ol of qaban qaanii fi salphina haa uffatan.
-